B𝑒𝑒𝑘𝑡𝑜𝑛𝑛𝑖 ℎ𝑒𝑑𝑑𝑢𝑢𝑛 𝑤𝑎𝑎'𝑒𝑒 N𝙖𝙗𝙞𝙮𝙮𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙝𝙖𝙢𝙢𝙖𝙙 S.A.W 𝑏𝑎𝑟𝑢𝑢𝑓 𝑦𝑎𝑎𝑙𝑎𝑛𝑢𝑠 𝑒𝑟𝑔𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑎𝑛𝑖𝑖 𝑤𝑎𝑎'𝑖𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖𝑖 𝑖𝑏𝑠𝑢𝑢𝑓 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑎 𝑑ℎ𝑎𝑏𝑎𝑛,
𝙢𝙖𝙝𝙖𝙩𝙢𝙖 𝙜𝙖𝙣𝙙𝙞𝙞𝙣 akkana jedha...Waa'ee Namicha Onnee namoota Biliyoonaan lakka'amanii keeessatti Aangoo tasuma hin morkamne qabatee kana baruu fedhee, yeroon waa'ee isaa baree ka'u Namootaaf akkana jedhee ibsuuf jechan dhabe,Amantaan islaamaas Akkanni seefiidhaan hin baballanne isa duraa caalattan hubadhe jedhe.
!ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ!ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
A𝙡𝙡𝙖𝙖𝙝𝙪𝙢𝙢𝙖 𝙨𝙖𝙡𝙡𝙞𝙞 𝙬𝙤𝙨𝙖𝙡𝙡𝙞𝙢 𝙖𝙡𝙖𝙖 𝙣𝙖𝙗𝙞𝙮𝙮𝙞𝙣𝙖𝙖 𝙢𝙪𝙝𝙖𝙢𝙢𝙖𝙙 𝙨.𝙖.𝙬
No comments:
Post a Comment