Beekkamttiif Beekumsa adda baasi siin hin jennee An yaa Bada qafoonnana!!
Biyya bakka Buutee hin dubbatin nutu keessa jiraOf bakka bu'ii dubbadhu Qafoo kee keessa silaa maaltu jiraa mitii
#Bada_Wosakannana Postii kana dubbiftee yoo of hin qajeelchine Maqaan kee maqaa saree ta'a Mastaawotii Addunyaan hordofu kana irratti.
#ilmoon_Ajaan_Abbaaf Haadha Arrabsiiftii jedhan kan kee kun immoo sanarra darbee Biyya keenya Arrabsiisaa jiraa Biyya kabajamaa!!
No comments:
Post a Comment