#Gamna_Gameessicha_Hayyuu_jundii_Gasalaa!!
𝙜𝙖𝙖𝙧𝙖 𝙜𝙪𝙗𝙗𝙖𝙖 𝙗𝙖'𝙚𝙚𝙣 𝙜𝙖𝙙 𝙞𝙡𝙖𝙖𝙡𝙖𝙖𝙗𝙞𝙮𝙮𝙖 𝙝𝙖𝙮𝙮𝙪𝙪 𝙟𝙪𝙣𝙙𝙞𝙞 𝙜𝙖𝙨𝙖𝙡𝙖𝙖
𝙟𝙖𝙖𝙡𝙖𝙡𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙛 𝙤𝙤𝙡𝙞𝙞 𝙜𝙖𝙙𝙞 𝙟𝙤𝙤𝙧𝙖𝙖
𝙝𝙖𝙧𝙤𝙤 𝙦𝙚𝙚𝙧𝙧𝙤𝙤 𝙜𝙖'𝙪𝙪𝙛 𝙨𝙝𝙖𝙧𝙖𝙧𝙖𝙖
𝙗𝙖𝙡𝙡𝙚𝙚𝙨𝙨𝙪𝙪𝙛 𝙮𝙖𝙖𝙙𝙖𝙣𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙗𝙖𝙙𝙪 𝙨𝙚𝙣𝙖𝙖𝙣
𝙙𝙝𝙪𝙜𝙖𝙖𝙣 𝙖𝙗𝙗𝙖𝙖 𝙞𝙡𝙢𝙖𝙖𝙣𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙩𝙖𝙧𝙖𝙖!!
#Abbeeraa_kiyya_jundii_Abdallaa_Turaa Galchuu Gadaa kan jedhamu dhaloonni akkas jechuun isa faarsa ture.
#Gamna_gameessicha_qabsaa'ota oromoo worra gurguddoo keessa isa tokko ummata oromoo isa beekan biratti jaalala adda ta'e qaba.
𝙧𝙖𝙗𝙗𝙞𝙞𝙣 𝙨𝙖𝙙𝙖𝙧𝙠𝙖𝙖 𝙨𝙝𝙖𝙝𝙞𝙞𝙙𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙨𝙞𝙞𝙛 𝙝𝙖𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙪𝙪 𝑔𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑘𝑖𝑦𝑦𝑎.
No comments:
Post a Comment