Tolaan 😎



Ethio Telecom

Sababni isaas bara 2016 Birrii biiliyoona 93.7 argateera

Har'a July 5 irraa eegalee guyyoota 3f ni tura

* Daataa 1GB

* Daqiiqaa 25 sagalee fi

* Kennaa galateeffannaa ergaa gaggabaaboo 50 isiniif kennineerra.

Baga gammaddan
Fayyadamaa jedhan!

No comments:

Post a Comment