Seena Qabeessa Namaa!!

 Kaameraa ___kaafneerraa 

Kaasseettiin  - kaafteerti   ! Jedhu yeroo baayye Harka isaani akka kameraatti gurmurra kaawwatani, disasyini kaasaa adeemu , ijollummarraa kaafne haasa isaani hin quufamne  kana dhagahaa guddanne,  namootarraa akkan odeeffadhetti Sheek abbaa fiixaa Abba Simal nama dursani osoo masjidni fatiif masjiidni Nuur hin ijaramin dura bakka kanatti masjiidni ni ijaarama jedhani raaganii turani jedhama. Akkuma isaan jedhani bakkuma sanatti ijarame jedhu.boqachuu isaani dhageenye,😥Rabbiin Rahmta  isaanii hagodhu! Jennataan isaan ha qanansiisu!!!😥

No comments:

Post a Comment