Waan hamaaf sababa hin ta'in!!


 Simbirroonni kun goganii man’ee isaanii keessatti du’an

Sababni isaas haati isaanii nyaata fiduuf baate, woncafiin rukutamtee balali'uu waan dadhabdeef, harka nama gara jabaataa tokkootti kufte.
Du'a namaatiif sababa hin ta'iin nama tokko abjuu isaa yeroo cabsitu lubbuu namoota hedduu dugda isaa duuba jiranuu dukkaneessaa jirta waan ta'eef,
Ani waa'ee qaama miidhuu fi ajjeesuu qofa osoo hin taane, dubbiidhaanillee ilma namaa miidhuun gocha hamaadha,
Abjuun namaa du'uuf sababa hin ta'in
KYoo dandeesse abdii kenni.

No comments:

Post a Comment